{{{መዝሙር3}}} (Gooftaan Dubbii Galagalcheera) - ጳውሎስ ተገኝ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ጳውሎስ ተገኝ
(Phawulos Tegeny)

Lyrics.jpg


(2)

አልበም
(Galagalcheera)

ዓ.ም. (Year): 2005
ቁጥር (Track):

(3)

ርዝመት (Len.): 5:12
ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የጳውሎስ ተገኝ ፡ አልበሞች
(Albums by Phawulos Tegeny)

Gooftan dubbii galagalcheera, diina kootti dalga galeera (2x)
Haaressera seenaa koo tolchera
Harkaa dhaye kan diinaa karoora
Lafa lixaa isaan dhabsiiseera anis galaata dhiyeessera (2x)

Si qapheen dachaa bu'e
Si qapheen gaaratti ol bahe (2x)
An eenyumaan sin fakkeessuu
An eenyumaan sin qixxeessuu
Ohoho Ahaa Ohoho Ahaa
Ulfaadhu ulfinaani (2x)

Walitti qabeeni galata siif galcha
Situ gab-narraa godhe bubbicha
Yoom na nyaateree na raasee galaanni
Olchaa kootiif haa ta'u malee ulfinnii
Maal qabaree yoon shubbisee
Weedduu haaraan yoon weeddisee
Gaarummaansaa narra darbaa
Galatasaa nan lallabaa
Maal qabaree yoon leellisee
Lafaa ka'ee yoon quruphisee
Gaarummaansaa narra dabaa
Galatasaa nan lallabaa

Gaddeebi'ummaa garbichasaatif
Goftaan yaadateeraa yaadateraa
Gaarummasaa himuuf yaa'i guddaa
Dura dhaabateeraa dhabateera *2
Angoonif surraanii kan gooftaa kooti
Utuu isa ta'uu baatee an baduu kooti
Akka agartuu ija isaatti ana eeggata
Gooftaakoo iyyesuusin eenyutu fakkaata