Natti Araarami Waaqa Koo

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

          Cubbuun koo na galaafachuuf jedha Waaqa koo
          Sin yakkee natti araaramii, natti araaramii
          Adaraa Mootii koo

Nan joore biyya hundumaa
Nan dhabee homaa fayyummaa
Horii koos baayy'isee fixee
Faajajee asifi achi lixee

          Cubbuun koo na galaafachuuf jedha Waaqa koo
          Sin yakkee natti araaramii, natti araaramii
          Adaraa Mootii koo

Irren kee baay'ee cimaa dhaa
Na oolchi ani rakkataa dhaa
Ati baay'ee gara-laafessaa
Dhiigni kees ni qulqulleessaa

          Cubbuun koo na galaafachuuf jedha Waaqa koo
          Sin yakkee natti araaramii, natti araaramii
          Adaraa Mootii koo

Fayyinni si malee hin jiru
Gowwoonni asi-fi-achi jooru
Dammaqsi warra rafani
Badiifni otuu hin dhufini

          Cubbuun koo na galaafachuuf jedha Waaqa koo
          Sin yakkee natti araaramii, natti araaramii
          Adaraa Mootii koo

Qoramsi nu marsee jira
Nu eegi ati egaa irraa
Nu kooluu sitti galleerraa
Gammachuus qabaachaa jirraa

          Cubbuun koo na galaafachuuf jedha Waaqa koo
          Sin yakkee natti araaramii, natti araaramii
          Adaraa Mootii koo