I'laalaa Hoolaa Waaqayyoo

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ

<poem>
I'laalaa hoolaa WAAQAYYOO
Isa Nuuf jedhee du'e
Inni guddaa dhama'e woo
Siin immoo fayyisuudhaaf

       Siin immoo, siini immoo
       Siin immoo fayyisuudhaaf

Inni namootaaf du'eera
Cubbuu issaniis baateera
Hundumaa ofitti ni waama
Siini immoo inni ni waama

       Siin immoo, siini immoo
       Siin immoo, inni ni waamaa

Inni cubbuu keenya baatee
Nuyifis jedhee dhiphate
Abbaa isaa tiif abboomamee
Siin immoo ni fure

       Siin immoo, siini immoo
       Siin immoo, ni fure

Egaa amma fayiteetta
Ayyaanas argateetta
Si'acc hi sonaan of eeggadhu
YESUS dhuunfaa kee ti woo

       Siifi immoo, siifi immoo
       YESUS dhuunfaa kee ti woo

</poem>