Akka Namni Yaadutti Uttu Ni Yaada Ta'e

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e
Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e
Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata?
Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata?
Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa
Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x)

Dhaala Cubbuu Addaam Fudhannee Kan Dhufne
Badii Bara-baraaf Silaa Kan Qophoofne
Akka Hameenya Keenyaatti WAAQAYYO nu hin dhiifne
Tokkicha ilma isaa tiin lammaffuu nu fure

Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e
Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e
Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata?
Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata?
Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa
Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x)

Nu cubbuu hin qabnu jennee yo dubbane
Sobaa isa goona Waangeelli akka jedhe
Cubbuu keenua himannee garuu yo itti deebine
Cubbuutti nu dhiquuf araarri isaa hin dhumne

Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e
Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e
Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata?
Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata?
Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa
Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x)

Guyyaa gara guyyaatti waan goonu hundumaan
Isa gaddisifna dadhabina keenyaan
Yaa araara Waaqayyoo uggum baay'ina isa
Akkuma jirrutti ofitti nu harkisa

Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e
Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e
Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata?
Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata?
Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa
Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x)

Karaa qajeelaa irra deemuu kan dadhabne
Hojii gaarii hin qabnu kan isatti tolee
Araaruma isaa tiin har'a as ga'uun keenya
Waaqayyoof galata kottaa ni dhi'eessina