ናት ፡ ኡልፋታ (Natti Ulfaata) - ጳውሎስ ፡ ተገኝ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ጳውሎስ ፡ ተገኝ
(Phawulos Tegeny)

Phawulos Tegeny 1.jpg

(1)

ካን ፡ ኬ ፡ ናራ ፡ ባይታ
(Kan Kee Narra Baayata)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፭ (2003)
ቁጥር (Track):

፲ ፩ (11)

ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የጳውሎስ ፡ ተገኝ ፡ አልበሞች
(Albums by Phawulos Tegeny)

Natti ulfaata sammuu koo garara ta'aa
Natti ulfaata malaa yoon jedhe natti salphataa (2x)
Garuu (2x) galataa isaa jalaa hin yaarsuu

Yammuun ta'ee yaaduu wanta anii keesa darbee
Xiyyaa balaluu gooftaan naa irraa qabee
Caccabaa buututaa lafee koo jabeessee
Garummaa naaf laate afaan koo mi'esee

Natti ulfaata sammuu koo garara ta'aa
Natti ulfaata malaa yoon jedhe natti salphataa (2x)
Garuu (2x) galataa isaa jalaa hin yaarsuu

Attaamni duubatamu akkamini mul'isuu ?
Farfachaa yoon olee
Anaan noo naa hinqubsuu
Yammuun ta'ee yaadu olmaa jalalee koo
Gammadi! buraqi! naan jetti lubbun koo

Natti ulfaata sammuu koo garara ta'aa
Natti ulfaata malaa yoon jedhe natti salphataa (2x)
Garuu (2x) galataa isaa jalaa hin yaarsuu

Mi'efadheen argee malee hin qowfamanee
Yeroo koof humnaa koo maalii yoon isaa kenne?
Garbumaa isaa jalaa bahuun koo dalanee
Dabilosii dheekamee maaliif nyaara guree?
Aanii siichaan ta'aaf kanaa irra kan caalu
Ulfini koo haa baduu Gooftaa irraa na hin caalu

Natti ulfaata sammuu koo garara ta'aa
Natti ulfaata malaa yoon jedhe natti salphataa (2x)
Garuu (2x) galataa isaa jalaa hin yaarsuu