ማሊፍ ፡ ጫል ፡ ጀታ (Maallif Cal Jetta) - ጳውሎስ ፡ ተገኝ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ጳውሎስ ፡ ተገኝ
(Phawulos Tegeny)

Phawulos Tegeny 1.jpg


(1)

ካን ፡ ኬ ፡ ናራ ፡ ባይታ
(Kan Kee Narra Baayata)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፭ (2003)
ቁጥር (Track):

(8)


ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የጳውሎስ ፡ ተገኝ ፡ አልበሞች
(Albums by Phawulos Tegeny)

Maaliff caal jetta? nan jette lubuun koo(2x)
Maaliff dhabbataa? nan jette lubuun koo (2x)
Yaa masanqoo ka'ii atiis yaa kiraara
Garummaa WAQQAYYOO biyyaati odeessinaa
Hinlabsinaa (4x) Halee Luyaa
 
Namaa haraan ta'aa seni anii ofii hin agamanee hoo
Garuu jiraadheen ofii argee Gooftaa jalateetaa hoo
Galataaf ulfinaa siifin harasaa hoo kan kee dansaa hoo

Maaliff caal jetta? nan jette lubuun koo(2x)
Maaliff dhabbataa? nan jette lubuun koo (2x)
Yaa masanqoo ka'ii atiis yaa kiraara
Garummaa WAQQAYYOO biyyaati odeessinaa
Hinlabsinaa (4x) Halee Luyaa

Hin irranfadhuu kaleessaaf kan kaleessan achii
Limixii gurraachaan siin naa ifee dukkanichii
Gooftaa abbaa galataa sittin hinhankakiin (2x)galaani
YESUS Abbaa olmaa koo
Ya abba olmaa koo (2x)
Hoo! Galataa koo.

Maaliff caal jetta? nan jette lubuun koo(2x)
Maaliff dhabbataa? nan jette lubuun koo (2x)
Yaa masanqoo ka'ii atiis yaa kiraara
Garummaa WAQQAYYOO biyyaati odeessinaa
Hinlabsinaa (4x) Halee Luyaa