ሃሌሉያ (Haalleluuyyaa) - ጳውሎስ ፡ ተገኝ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ጳውሎስ ፡ ተገኝ
(Phawulos Tegeny)

Phawulos Tegeny 1.jpg


(1)

ካን ፡ ኬ ፡ ናራ ፡ ባይታ
(Kan Kee Narra Baayata)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፭ (2003)
ቁጥር (Track):

(2)


ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የጳውሎስ ፡ ተገኝ ፡ አልበሞች
(Albums by Phawulos Tegeny)

Hallee Luyyaa (8x)
Dhugaa fi hafurraan, Hallee Luyyaa
Siif Sagannaa, Hallee Luyyaa
Siwaaqeffannaa, Hallee Luyyaa
Garaa Qulla'aan, Hallee Luyyaa

Arjummaa WAAQAYYOO hamma banti Waaqaa
Badhaadhumman isaa baayyee hammana Ol-fagaata
WAAQAYYOO gaaridha guyyaa gidiraattii
Holqa amansiisaa iddoo itti baqannaati.

Hallee Luyyaa (8x)
Dhugaa fi hafurraan, Hallee Luyyaa
Siif Sagannaa, Hallee Luyyaa
Siwaaqeffannaa, Hallee Luyyaa
Garaa Qulla'aan, Hallee Luyyaa

Macca Waaqaa fi laffaa kan abboomu isaa
Lakkobsa hin qabu gonkuma Waggoonnisaa
Quba harkasaatiin ballina Waaqaa lakkaa'ee
Beektuu isa kamii inni kan kana danda'ee?

Hallee Luyyaa (8x)
Dhugaa fi hafurraan, Hallee Luyyaa
Siif Sagannaa, Hallee Luyyaa
Siwaaqeffannaa, Hallee Luyyaa
Garaa Qulla'aan, Hallee Luyyaa

Waantanni hojjetu kan galagalchu hinjiru
Dheekkamsa isaa duraa eenyu inni goruu?
Sabni lafarraa hundinuu walitti haa qabamanii
Kun dhugaa ta'uu isaa akka dhugaa ba'ani

Hallee Luyyaa (8x)
Dhugaa fi hafurraan, Hallee Luyyaa
Siif Sagannaa, Hallee Luyyaa
Siwaaqeffannaa, Hallee Luyyaa
Garaa Qulla'aan, Hallee Luyyaa

Seenaan haa' ilaalamu ammas haa qoramuu
Waanti dhufuuf jiru's ammayyuu haa hirmammuu
Kan akka WAAQAYYOO kan biraan jiraa'ree?
Mee achii asi ba'ee of hin beeksisuu' ree?

Hallee Luyyaa (8x)
Dhugaa fi hafurraan, Hallee Luyyaa
Siif Sagannaa, Hallee Luyyaa
Siwaaqeffannaa, Hallee Luyyaa
Garaa Qulla'aan, Hallee Luyyaa