From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
Jajjaba burqifamaa hankoo hin cabsinee
Fo'aa ibsaa koo isa seequ hin dhamsinee
Natittirsaa na deemsisaa
Nandarbanne maali mallisaa
Gatiittiin kee cimaadha baattee asiin nageessee
Barruun kee eebbifamaadha kan naqabe cimsee
Narra hinfunnee libsuu ija kee
Ammas dacha galata kee
Saamtuun na samuu dhaaf dhufe ariifachaa
Boowwatti na darbachuuf ilkaansaa qarachaa
Bilaa Gooftaa ittan mirmirsee
Akka habaqii nan mancaasee
Faanisaanii daakaa bu'ee
YESUS Gooftaan koo isaan sardee
|