ጋላታን ፡ ቃባ (Galatan Qaba) - ጳውሎስ ፡ ተገኝ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ጳውሎስ ፡ ተገኝ
(Phawulos Tegeny)

Phawulos Tegeny 1.jpg


(1)

ካን ፡ ኬ ፡ ናራ ፡ ባይታ
(Kan Kee Narra Baayata)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፭ (2003)
ቁጥር (Track):

(9)


ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የጳውሎስ ፡ ተገኝ ፡ አልበሞች
(Albums by Phawulos Tegeny)

Ofaa irrkaa hinfinee galataan qabaa
Wantan siin jedhu maaliifin dhaabaa?
Hunkutesitaa malee diinaa koo
Naa duraa kuufee gaarrii yaanikoo
Siin haa galatuu (3x) Goftaa
Dadhabee hin jedhu afaan koo
Yeroo hundaa farfata

Yeroo yartuuf naa dhiftee
Ho'aa baay'ee naa ho'itee
Kan naa dhiiphisee dhiphiftee
mataa gadi ilaalchitee
Hundaa madaale ilaalee
sii duwwatu naa caale
Sichii anii kanaa hormaa mitii
sumaatin oolu galee

Ofaa irrkaa hinfinee galataan qabaa
Wantan siin jedhu maaliifin dhaabaa?
Hunkutesitaa malee diinaa koo
Naa duraa kuufee gaarrii yaanikoo
Siin haa galatuu (3x) Goftaa
Dadhabee hin jedhu afaan koo
Yeroo hundaa farfata

Mucumaa kootii kaasee hamma dargagumaati
Isaa irasaa darbee hamma baraa dulumaa kooti
Nan farfaadha Waqqaa koo kunanaaf kaakuu kooti
Googtaan anaaf haa ulfaatu inni jajanaa kooti

Ofaa irrkaa hinfinee galataan qabaa
Wantan siin jedhu maaliifin dhaabaa?
Hunkutesitaa malee diinaa koo
Naa duraa kuufee gaarrii yaanikoo
Siin haa galatuu (3x) Goftaa
Dadhabee hin jedhu afaan koo
Yeroo hundaa farfata

Ayyaannaa kee naati uwiftee
Mirgaa kee naa kawwate
Naa dinqee naa dinqisisee
Attamin naa jalatee?
Ribuu koo bubutachaa yeroon weddisuu wedduu
Qalamaa fooliin isaa barii gootee naaf urgefatee

Ofaa irrkaa hinfinee galataan qabaa
Wantan siin jedhu maaliifin dhaabaa?
Hunkutesitaa malee diinaa koo
Naa duraa kuufee gaarrii yaanikoo
Siin haa galatuu (3x) Goftaa
Dadhabee hin jedhu afaan koo
Yeroo hundaa farfata