ጋላታ ፡ እራቲ (Galata Irrati) - ጳውሎስ ፡ ተገኝ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ጳውሎስ ፡ ተገኝ
(Phawulos Tegeny)

Phawulos Tegeny 1.jpg


(1)

ካን ፡ ኬ ፡ ናራ ፡ ባይታ
(Kan Kee Narra Baayata)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፭ (2003)
ቁጥር (Track):

(3)


ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የጳውሎስ ፡ ተገኝ ፡ አልበሞች
(Albums by Phawulos Tegeny)

Galata irrati Galata (2x)
Sifaan ladha yaa Gooftaa (3x)
Bayeen naaf ta'e uttu jirru
Cal jechu naandandeesissuu(2x)
Halle luyyaa nanteessisu
Utal Utal nan jedha keessakooti (2x)

Ol jedhee boquun koo ba'an irra bunaan
Harki Waaqaa kooti gudha dha diriraan
tatamsa'era humnii dukanaa
YESUS naaf keneera bara fayyinaa

Galata irrati Galata (2x)
Sifaan ladha yaa Gooftaa (3x)
Bayeen naaf ta'e uttu jirru
Cal jechu naandandeesissuu(2x)
Halle luyyaa nanteessisu
Utal Utal nan jedha keessakooti (2x)

Karaan sirkaa hin baduu taka hindogogortuu
Suta jetee demta ta'uyuu hin durfamtu
Sokoosa hin hademitu fannikees hin jeqamuu
Waqaa Abaa galata ararii keee himmixiqau

Galata irrati Galata (2x)
Sifaan ladha yaa Gooftaa (3x)
Bayeen naaf ta'e uttu jirru
Cal jechu naandandeesissuu(2x)
Halle luyyaa nanteessisu
Utal Utal nan jedha keessakooti (2x)

Hurin dukanaa sun goftaadhan saqammee
Halkanichi darbee hinganameefamee
Fixeensii harcha'e dhamoochi hindarbee
Farfachuun jalqabee mata diina yaabee

Galata irrati Galata (2x)
Sifaan ladha yaa Gooftaa (3x)
Bayeen naaf ta'e uttu jirru
Cal jechu naandandeesissuu(2x)
Halle luyyaa nanteessisu
Utal Utal nan jedha keessakooti (2x)

Gogaan koofi onnan koo tifee eba isaatiin
Jiidha argateera maal jedhu ree ani?
Keessaafii ala kootin na gamachiseeraa
Nama galataa godhee na dhabeera

Galata irrati Galata (2x)
Sifaan ladha yaa Gooftaa (3x)
Bayeen naaf ta'e uttu jirru
Cal jechu naandandeesissuu(2x)
Halle luyyaa nanteessisu
Utal Utal nan jedha keessakooti (2x)