ዲዳሚ ፡ አርፋኑ (Didamii Arfanuu) - ጳውሎስ ፡ ተገኝ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ጳውሎስ ፡ ተገኝ
(Phawulos Tegeny)

Phawulos Tegeny 1.jpg


(1)

ካን ፡ ኬ ፡ ናራ ፡ ባይታ
(Kan Kee Narra Baayata)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፭ (2003)
ቁጥር (Track):

(1)


ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የጳውሎስ ፡ ተገኝ ፡ አልበሞች
(Albums by Phawulos Tegeny)

Didamii arfanuu manguddoon sunii
Wal irrka fudhanii utuu araa hin galfatinii
Qulqullu (3x) jedhanii sii faarsuu
Kan koos sitti haa toluu galaani anii siif arsuu (2x)

Goonfowaan isaanii of irraa fudhanii
Hoolichaa hin laatu jaarsooliin sunii
Aadaa isaanitiin kufaanii
Ulfinaa Waqaaf jedhanii
Hin sagaduuf turanii
Gargarisii utuu hin kutini

Yaa WAQQAYYOO hundumani olii
Siif rafama mukitiin fi baali
Munyuuqaa lafaasii sooraa
bela'ani siin quffeerraa (2x)

Dukkanii gurachaan urjii baritiin
Coloboo bu'eraa ilmaa Waqqotin
Lafaa ol ka'aa hin farfanaa
Mangudoof dargagonni
Sagalee galata keenyaa
Dhagessifana abbaa keenyaa

Haa lee luyaa (2x) Jennee sii hin qufanuu
Nutii hin qufnuuammaa ammaa wamanaa
maqaa fayinaa

Gaalana diriree fuulaa koo dhabbatee
Harkaa qabdee situu naa cheesifatee
Dudii kee naa baatee yomman sitti ulfaadhee?
Mi'efadheen argee kanaaf sii jaladhee

Tokko lamaa jedhee laaka'uu hin danda'uu
Gaarummaa kee naa irraa tilmamuu hin danda'uu
Seena yadatamee hin iraanfatamnee
Golaa keessaa qaba kan hin dubatamnee