Yesus Jaalallee Koo

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
Broom.png ይህ ፡ ጽሑፍ ፡ ገና ፡ አልተረጋገጠም ። እርማቶች ፡ ሊያስፈልጉት ፡ ይችላል ። ከቻሉ ፡ እርስዎ ፡ ያሻሽሉት
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

          Yesus jaalallee koo hin dandda'u
          Sitti gargar ba'ee jiraachuu
          Lubbuun koo yeroo hundaa si yaaddi
          Ol waaqa irratti si dheebotti (2x)
Hawwiin garaa kootii si arguu dha
Bara jireenya koo si wajjin jiraachuu dha (2x)
Fedha garaa kootii anaaf guuti
Na eebbiftu malee gadi sin hin dhiisuutii (2x)
          Yesus jaalallee koo hin dandda'u
          Sitti gargar ba'ee jiraachuu
          Lubbuun koo yeroo hundaa si yaaddi
          Ol waaqa irratti si dheebotti (2x)
Anaan sittii gargar na baasuuf
Kan dhama'u diinni haa qaana'u (2x)
Rakkoo fi dhiphinni yoo dhufanisi
Sitii gargar na hin baasu Yesus (2x)
          Yesus jaalallee koo hin dandda'u
          Sitti gargar ba'ee jiraachuu
          Lubbuun koo yeroo hundaa si yaaddi
          Ol waaqa irratti si dheebotti (2x)
Anaaf jireenyi koo si duwwaa dha
Siinan amanadha bara koo hundaa dhaa (2x)
Maaltu na sodaachisa kan biraa
Humni kee inni jabaanoo na biraa (2x)
          Yesus jaalallee koo hin dandda'u
          Sitti gargar ba'ee jiraachuu
          Lubbuun koo yeroo hundaa si yaaddi
          Ol waaqa irratti si dheebotti (2x)
Marti biyya lafaa natti haa hafu
Si duukaan bu'a booddeetti hin hafu (2x)
Doorsisa diina koo hin dhaga'u
Sagalee kee duwwaan anaaf ha dhufu (2x)
          Yesus jaalallee koo hin dandda'u
          Sitti gargar ba'ee jiraachuu
          Lubbuun koo yeroo hundaa si yaaddi
          Ol waaqa irratti si dheebotti (2x)