Yesus Hin Darbin Na Bira

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)


Hin darbin YESUS
Hin darbin na bira
Eebba kee isa hin dhumne
Anis quufuun fedha
Ala tokko na mil'adhu
Harka keen na qabi
Akka siif ta'utti
Garaa koo jijjiiri.

Hin darbin YESUS
Hin darbin na bira
Eebba kee isa hin dhumne
Anis quufuun fedha
Ala tokko na mil'adhu
Harka keen na qabi
Akka siif ta'uttis
Adeemii koo eegi.

Hin darbin YESUS
Hin darbin na bira
Eebba kee isa hin dhumne
Anis quufuun fedha
Ala tokko na mil'adhu
Harka keen na qabi
Akka siif ta'uttis
Hafuuraan na guuti.