Ulfinni Siif Ha Ta'u

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

          Ulfinni siif ha ta'u
          Galanni siif ha ta'u
          Hooqubaan siif ha ta'u
          IIileen siif ha ta'u
          Ani maqaa kee nan faarsa
          Gochaa keef gadi jedheetan sagada

Xinnoo guddaa utuu hin jedhiin quba natti qabanii
Dubbii arraba isaaniin na irratti ga'isani
Ani Maqaa kee waammannaan, Gooftaa koo naaf birmatte
Gadi deebi'u keessatti mootii koo ol na qabde

          Ulfinni siif ha ta'u
          Galanni siif ha ta'u
          Hooqubaan siif ha ta'u
          IIileen siif ha ta'u
          Ani maqaa kee nan faarsa
          Gochaa keef gadi jedheetan sagada

Kan diinni na irratti cufe awwalcha koo naa bante
Kan namni na hirranfate Gooftaa koo na yaadatte
Harka fayyisuu kee tiin jireenya koo qaqqabde
Iminnaan ija koo irraa YESUS ana irraa haqxe

          Ulfinni siif ha ta'u
          Galanni siif ha ta'u
          Hooqubaan siif ha ta'u
          IIileen siif ha ta'u
          Ani maqaa kee nan faarsa
          Gochaa keef gadi jedheetan sagada

Dhiibanii na kuffisuuf yammuu ana irratti ka'an
Masaraan koo jabaa dha irreen koo si'i YESUS
Salphina koo ya Gooftaa ulfina keen geedarte
Wayyaa koo isa xura'aa Gooftaa koo ana irraa baafte

          Ulfinni siif ha ta'u
          Galanni siif ha ta'u
          Hooqubaan siif ha ta'u
          IIileen siif ha ta'u
          Ani maqaa kee nan faarsa
          Gochaa keef gadi jedheetan sagada