Sagaleen Dadhabaa Iyyee Si Waama

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

          Sagaleen dadhabaa iyyee
          si waama (2x)
          Fagoo fagoo laga gamaa
          Ya WAAQ calluma hin jedhini
          Dhumii ijoollee kee hin ilaalini
          Maqaa Gooftaa YESUSiin
          Cubuu keenya nuu dhiisii
          {Ka'ii falma kee falmmadhu
          Boojuu saba kee deebifadhu} (2x)

Meeqaa fi meeqatama bakkeetti kan hafani?
Manaa kan ba'anii deebii kan dhabani
Inni kaan beela'uudhaan inni kaanis dhebuu dahaan
Gargaarsa dhabanii du'anii badani

          Sagaleen dadhabaa iyyee
          si waama (2x)
          Fagoo fagoo laga gamaa
          Ya WAAQ calluma hin jedhini
          Dhumii ijoollee kee hin ilaalini
          Maqaa Gooftaa YESUSiin
          Cubuu keenya nuu dhiisii
          {Ka'ii falma kee falmmadhu
          Boojuu saba kee deebifadhu} (2x)

Warri kaan hidhamanii kaanis ajjeefamanii
Harka diinaa jalatti dhiphuutti kan jirani
Afaan du'aa taa'anii nu oolchi kan jedhani
Uumama harka keetii cal jettee hin dhiisini

          Sagaleen dadhabaa iyyee
          si waama (2x)
          Fagoo fagoo laga gamaa
          Ya WAAQ calluma hin jedhini
          Dhumii ijoollee kee hin ilaalini
          Maqaa Gooftaa YESUSiin
          Cubuu keenya nuu dhiisii
          {Ka'ii falma kee falmmadhu
          Boojuu saba kee deebifadhu} (2x)

Manni kee cufamuudhaan naasuudhaan qabamanii
Booddeetti deebi'anii humna kan dhabani
Al tokko isaan ilaali araara keen mil'adhu
Maqaa keetiif jedhii Saba keef birmmadhu

          Sagaleen dadhabaa iyyee
          si waama (2x)
          Fagoo fagoo laga gamaa
          Ya WAAQ calluma hin jedhini
          Dhumii ijoollee kee hin ilaalini
          Maqaa Gooftaa YESUSiin
          Cubuu keenya nuu dhiisii
          {Ka'ii falma kee falmmadhu
          Boojuu saba kee deebifadhu} (2x)