Qooqa Ga'aa Otuun Qabaadhe

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Qooqa ga'aa otuun qabaadhe
Sagalee mi'aa'aan
Ulfinan sii kenna Gooftaa
Aarsa urga'aan
Gochaan kee baay'ee dha
Hin fixu odeessee
Galatuman sii galcha
Baay'ee baay'isee (2x)

Garaaa balli'inni kan kee baayi'ini jaalala kee
Ofitti na booji'ee na bubbulche mana kee
Maal eessumatti argama ya Waaq gaariin akka kee
Hubanna naman oli baay'inni araara kee (2x)

Qooqa ga'aa otuun qabaadhe
Sagalee mi'aa'aan
Ulfinan sii kenna Gooftaa
Aarsa urga'aan
Gochaan kee baay'ee dha
Hin fixu odeessee
Galatuman sii galcha
Baay'ee baay'isee (2x)

Attam attam gaarii dha maqaa keen waamamuun koo
Iddoo gabii fi booqonnaa mana kee jiraachuun koo
Gaarummaa kana hundumaaf ani waanan godhe hin qabu
Sumatu na badhaasee ulfinni siif haa ta'u (2x)

Qooqa ga'aa otuun qabaadhe
Sagalee mi'aa'aan
Ulfinan sii kenna Gooftaa
Aarsa urga'aan
Gochaan kee baay'ee dha
Hin fixu odeessee
Galatuman sii galcha
Baay'ee baay'isee (2x)

Isa kamiinan himee isa kamiinan dhiisaa?
Odeeffamee woo hin dhumuu gochaan kee baay'inni isaa
Yaada koo hundaanis yaadee bira ga'uu hin danda'u
Akkasumattan jedha galanni siif ha ta'u (2x)

Qooqa ga'aa otuun qabaadhe
Sagalee mi'aa'aan
Ulfinan sii kenna Gooftaa
Aarsa urga'aan
Gochaan kee baay'ee dha
Hin fixu odeessee
Galatuman sii galcha
Baay'ee baay'isee (2x)