Maqaan Kee Waaqa Koo

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Maqaan kee WAAQA koo
Maqaa maqoota caalu Gooftaa koo
Ulfinan sii kennaa anisii
Jedhamtee waamamta woo YAAHAWWE NISII(2x)

Jalqabaa fi dhumni suma duwwaa dha
Duutii fi jireeny harka kee jira
Baraan jiraattaa ya WAAQA dhugaa
Kunoo nan jedha ALFAA OMEEGAA (2x)

Maqaan kee WAAQA koo
Maqaa maqoota caalu Gooftaa koo
Ulfinan sii kennaa anisii
Jedhamtee waamamta woo YAAHAWWE NISII(2x)

Lafa gogaa keessaa bishaan baafta
Dheebuun kan laafeef humna taata
Na dhaggeeffadhu Waaqa Aggaar
Anis nan jedha har'as ELRO'I (2x)

Maqaan kee WAAQA koo
Maqaa maqoota caalu Gooftaa koo
Ulfinan sii kennaa anisii
Jedhamtee waamamta woo YAAHAWWE NISII(2x)

Mil'uu ija kee tiin na mil'adhu
Anis kan kee ti atis na yaadadhu
Yammuttin laafu ati na gargaar
Maqaan kee Gooftaa ABEENAZAR (2x)

Maqaan kee WAAQA koo
Maqaa maqoota caalu Gooftaa koo
Ulfinan sii kennaa anisii
Jedhamtee waamamta woo YAAHAWWE NISII(2x)

Waa'ee guddina kee tiin odeessa
Waaqummaa keefan kunoo weeddisa
Macca baay'eetu siif sagada
Akka maqaa kee ati JAHOOVAA (2x)

Maqaan kee WAAQA koo
Maqaa maqoota caalu Gooftaa koo
Ulfinan sii kennaa anisii
Jedhamtee waamamta woo YAAHAWWE NISII(2x)

Lubbuu darbuuf jettu ni oolfatta
Iddoo abdiin cittetti ati achitti argamta
Waaqa Abrahaam ati Waaqa eyyee
Har'as maqaan kee YAAHAWWE YERII (2x)

Maqaan kee WAAQA koo
Maqaa maqoota caalu Gooftaa koo
Ulfinan sii kennaa anisii
Jedhamtee waamamta woo YAAHAWWE NISII(2x)

Bubbee hamaa isa gab jechisifta
Dha'aa Galaanaas, Gooftaa ni abboomta
Nagaa isa kennuufmaqaa keef uggum
Jennee si waamna JAHOOVAA SHAALOOM (2x)

Maqaan kee WAAQA koo
Maqaa maqoota caalu Gooftaa koo
Ulfinan sii kennaa anisii
Jedhamtee waamamta woo YAAHAWWE NISII(2x)

Durii jalqabdee nu wajjin jirta
Amma har'attis anan eegdeeta
Maqaan kee Gooftaa hundumaan oli
Har'as naaf ta'i AMAANU'EEL (2x)

Maqaan kee WAAQA koo
Maqaa maqoota caalu Gooftaa koo
Ulfinan sii kennaa anisii
Jedhamtee waamamta woo YAAHAWWE NISII(2x)