Kadhata Gooftaa (The Lord's Prayer)

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ

Yaa Abbaa keenyaa
Waaqa irraa kan jiraattu
Maqaankee ha qulqullaa’u
Mootummaankee haa dhufu
Jaalalli kee waaqa irratti akkuma ta’e
Akkanumas lafa irratti ha ta’u
Kan nu ga’u buddeena keenya har’aa nuuf keeni
Yakkaa keenyas nuuf dhiisi
Nuyis immoo kan nu yakkanuuf akkuma dhiifnu
Qoramatti nu hin galchin
Hamaa nu oolchi malee
Humnis, galannis, baraa amma bara-barratti; AMEEN !