Hin Irraanfannuu Hin Irraanfatiinaa

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Abdiin mana Waaqa nutti mul'atee,
Jennata galtu jedhee dubbatee

          Hin irraanfannuu hin irraanfatiinaa,
          Akka KRISTOOS nuuf jedhee fannootti fannifamee
          Hin irraanfannuu hin irraanfatiinaa,
.
KRISTOOS fayyisaan nuuf jeedhee du'ee,
Balleessaa keenyaaf boollaa illee bu'ee

          Hin irraanfannuu hin irraanfatiinaa,
          Akka KRISTOOS nuuf jedhee fannootti fannifamee
          Hin irraanfannuu hin irraanfatiinaa,
          Waan hin irraanfannetoo nuuf ta'ee

Inni akka keenya mitii nuu obsa,
Balleessaa keenya maree nuu dhoksa

          Hin irraanfannuu hin irraanfatiinaa,
          Akka KRISTOOS nuuf jedhee fannootti fannifamee
          Hin irraanfannuu hin irraanfatiinaa,
          Waan hin irraanfannetoo nuuf ta'ee

Pheexiroosiin waame na beeki jedhee,
Hoolota koo immoo naa eegi jedhe.

          Hin irraanfannuu hin irraanfatiinaa,
          Akka KRISTOOS nuuf jedhee fannootti fannifamee
          Hin irraanfannuu hin irraanfatiinaa,
          Waan hin irraanfannetoo nuuf ta'ee