Harka Lama Aabbo

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
Broom.png ይህ ፡ ጽሑፍ ፡ ገና ፡ አልተረጋገጠም ። እርማቶች ፡ ሊያስፈልጉት ፡ ይችላል ። ከቻሉ ፡ እርስዎ ፡ ያሻሽሉት
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Harka lama abboo galanni Sii haagayyuutii-eeyyee
Sii haagayyuutii-eeyyee Sii haagayuutii( (2x)
Harka Lama abboo galanni Sii haagayyuu-ya WAAQA kiyya-Sii Gayyuti-eyee-Sii haaGayyuutii
 
Waaqniif lafti kun illee otuu hin uumamin duraa
WAAQAYYO nuuf qopheessee jireenya baraa-baraa
YESUStoo fidee nuuf dhufe fudhadhaa harka Isaa irraa (2x)

Harka lama abboo galanni Sii haagayyuutii-eeyyee
Sii haagayyuutii-eeyyee Sii haagayuutii( (2x)
Harka Lama abboo galanni Sii haagayyuu-ya WAAQA kiyya-Sii Gayyuti-eyee-Sii haaGayyuutii

Kan durii irra kan caaluu jireenyi nuyi argannee
Nuyi ijoolleen WAAQAYYOO gara isaa dhageeffannee
Du'aa jireenyatti dabaree waan dabarreef gammannee (2x)

Harka lama abboo galanni Sii haagayyuutii-eeyyee
Sii haagayyuutii-eeyyee Sii haagayuutii( (2x)
Harka Lama abboo galanni Sii haagayyuu-ya WAAQA kiyya-Sii Gayyuti-eyee-Sii haaGayyuutii

Worri sooreyyiin otoo baayy'atanii jiranii
Iyyeeyyii nu jaallate WAAQAYYO akkasumaanii
Warri lubbuun fayyitani gammadaa hundi keessani (2x)

Harka lama abboo galanni Sii haagayyuutii-eeyyee
Sii haagayyuutii-eeyyee Sii haagayuutii( (2x)
Harka Lama abboo galanni Sii haagayyuu-ya WAAQA kiyya-Sii Gayyuti-eyee-Sii haaGayyuutii

Miilla Iseyyii jalaa ulee xinnoon guddattee
Lattee daraartee guddiftee damee baay'ee kennitee
Nu warra du'aaf qopha'e jireenyaaf nu tolchite (2x)