Halkanii Fi Guyyaa Eegduu Keenya Ta'ee

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Halkanii fi guyyaa eegdu keenya ta'ee
WAAQAYYOO haa ulfaatu inni har'aan nu ga'ee
Halkanii fi guyyaa eegduu keenya ta'ee
Gooftaa haa galatu isa har'aan nu ga'ee

Kan si eegu hin dagatu
Ijoollee isaa hin irraanfatu
WAAQA Israa'el galata kee
Nu badhaasaa turtee nagaa fi araara kee
Nu badhaasaa turtee nagaa fi araara kee

Halkanii fi guyyaa eegdu keenya ta'ee
WAAQAYYOO haa ulfaatu inni har'aan nu ga'ee
Halkanii fi guyyaa eegduu keenya ta'ee
Gooftaa haa galatu isa har'aan nu ga'ee

Irraan-olee, kirraan-gadee
Nu wajjiniin dabarseera
Kan beela'ee fi kan dheeboteef
Nagaa fi jioreenya laateera
Galanni isa haa ga'u, arjaa bara-baraa

Halkanii fi guyyaa eegdu keenya ta'ee
WAAQAYYOO haa ulfaatu inni har'aan nu ga'ee
Halkanii fi guyyaa eegduu keenya ta'ee
Gooftaa haa galatu isa har'aan nu ga'ee

Dhuma hin qabu jaalalli isaa
Nu wajjiniin Hafuurri isaa
Bara-baraan nu geggeessa
WAAQA jiraataan ulfina-qabeessa
WAAQA jiraataan ulfina-qabeessa

Halkanii fi guyyaa eegdu keenya ta'ee
WAAQAYYOO haa ulfaatu inni har'aan nu ga'ee
Halkanii fi guyyaa eegduu keenya ta'ee
Gooftaa haa galatu isa har'aan nu ga'ee

WAAQA eebbaa tiksee gaarii
Si'achi immoo nu gargaari
Karaa keenya nuyif eebbisi
Hammuma dhumaatti kottuu nu geggeessi
Hammuma dhumaatti kottuu nu geggeessi

Halkanii fi guyyaa eegdu keenya ta'ee
WAAQAYYOO haa ulfaatu inni har'aan nu ga'ee
Halkanii fi guyyaa eegduu keenya ta'ee
Gooftaa haa galatu isa har'aan nu ga'ee