Oromiffa/Classics/HOJIIKOO SITU HOJJETE

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ

no comment please....... {{Classic |Title=HOJIIKOO SITU HOJJETE |Language=Oromiffa

HOJII KOO SITU HOJJETE

YERRON TA’EE YAADU, GOCHAA ATTI NAFII GOTEE WANNAN JEDHUU DHABUU, TOLAKEE YADADHEE. 2X ANAAFII HIN MALUU, OLMAAN AKKASII 2X DU’AA KOO AMBIISEE, KAN NAKASEE SII 2X HOJIIKOO SITU HOJJETE, HOJJIKOO 2X DHIMMA KOO, SITU RAWATEE DHIMMA KOO, 2X DHIMMA KOO, SITU RAWATEE YESUSUU KOO 2X BOLATTI KEESSA ANNANII BAFATEE DHA’UMSAA HUNDAA HOO HARKAA RUKATEE2X SIFARSUU NATTI HIN BAAYATUU OLMAAN KEE WALIIN HIN QIXXATUU 2X HOJIIKOO SITU HOJJETE, HOJJIKOO 2X DHIMMA KOO, SITU RAWATEE DHIMMA KOO, 2X DHIMMA KOO, SITU RAWATEE YESUSUU KOO 2X OTUU ATTI HIN JIREE, SILLA BADEERAA BARBACHASII DHABEE, HOO TA’EE RAA JORAA ANNAFII JECHUU KEE ANNA GUDDISEE 2X QANII FI YELLO KOO, HOO HUNDAA AMBISEE YERRON TA’EE YAADU, GOCHAA ATTI NAFII GOTEE WANNAN JEDHUU DHABAA, TOLAKEE YADADHEE. 2X ANAAFII HIN MALUU, OLMAAN AKKASII 2X DU’AA KOO AMBIISEE, KAN NAKASEE SII 2X

written: by Yohannis Deressa