Gooftaa Yesus Hundee Jireenyaa

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Gooftaa YESUS hundee jireenyaa
Kan akka kee eessaa arganna
Gaachana keenya nuu taatee
Hamma har'aatti nu jiraachiftee
Hoqubaan maqaa keef haa ta'u
Bara-baraan haa eebbifamu

Cubbuun Keenya guddaa baay'atee
Aangoon du'aas kan nu mo'ate
Yakka hunduma keenyaa baattee
Jaalala Abbaa keetii raawwatte

Gooftaa YESUS hundee jireenyaa
Kan akka kee eessaa arganna
Gaachana keenya nuu taatee
Hamma har'aatti nu jiraachiftee
Hoqubaan maqaa keef haa ta'u
Bara-baraan haa eebbifamu

Bara jireenya keenya hundumaa
Si duwwaan geggeeffamuu feena
Kan si abdatuuf siin amanu
Gatii guddaa akka qabu beekna

Gooftaa YESUS hundee jireenyaa
Kan akka kee eessaa arganna
Gaachana keenya nuu taatee
Hamma har'aatti nu jiraachiftee
Hoqubaan maqaa keef haa ta'u
Bara-baraan haa eebbifamu

Hamaa fi gaarii jettee hin qooddu
Hixannaa kee wal hin caalchiftu
Attam nama dhiba hojiin kee
Kan dhuma hin qabne jaalalli kee

Gooftaa YESUS hundee jireenyaa
Kan akka kee eessaa arganna
Gaachana keenya nuu taatee
Hamma har'aatti nu jiraachiftee
Hoqubaan maqaa keef haa ta'u
Bara-baraan haa eebbifamu