Gargaaraa Keenya

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Gargaaraa Keenya guyyaa rakkinaa
Ifa jireenyaa yeeroo dukkanaa
Nuuf taateetta woo iddoo boqonnaa
Ulfaadhu YESUS si duwwan boonna (2x)

Waraansi diinaa nu irratti ka'anii
Jabaa ta'uu kee hiraanfatanii
Yeroo rakkinaa nu bira geesse
Ebeenezar Gooftaa nuuf taate
Mootii nuuf taate

Gargaaraa Keenya guyyaa rakkinaa
Ifa jireenyaa yeeroo dukkanaa
Nuuf taateetta woo iddoo boqonnaa
Ulfaadhu YESUS si duwwan boonna (2x)


Araara keetiin mana kee jiorra
Jaalalla keetiin har'a geenyeera
Si irraa kan ka'een nu midhagneera
Galata malee hin qabnu kan bira
Fudhadhu nu harkaa

Gargaaraa Keenya guyyaa rakkinaa
Ifa jireenyaa yeeroo dukkanaa
Nuuf taateetta woo iddoo boqonnaa
Ulfaadhu YESUS si duwwan boonna (2x)

Galattom Abbaa sitti gammadna
Waraansa diinaa jalaa baaneera
Gidiraa keessattyi ati nu hin dhifne
Iddoo boqonnaa YESUS nuuf taate
Eegaa nuuf taate

Gargaaraa Keenya guyyaa rakkinaa
Ifa jireenyaa yeeroo dukkanaa
Nuuf taateetta woo iddoo boqonnaa
Ulfaadhu YESUS si duwwan boonna (2x)

Dadhabii keesatti humna nuuf taater
Ayyaana keetiin ati nu dhoksite
Jabina keetiin nu ijaajjifte
Akka joobiraatti baalleen nu kaafte
Nu haaresite

Gargaaraa Keenya guyyaa rakkinaa
Ifa jireenyaa yeeroo dukkanaa
Nuuf taateetta woo iddoo boqonnaa
Ulfaadhu YESUS si duwwan boonna (2x)








</poem>