Galata Waaqaa Iff Atti Baaneerra

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ

Galata, Galata, Galata WAAQAA
Iff atti baaneerra galata
Nu warra WAAQAAf foo'aamne taaneerra

Ka badii irraa nama hambise
Ka du'a jalaa nama fayyise

Galata, Galata, Galata WAAQAA
Iff atti baaneerra galata
Nu warra WAAQAAf foo'aamne taaneerra

WAAQA amannee hin qabnu naasuu
Ibidda keessaa kan nama baasuu

Galata, Galata, Galata WAAQAA
Iff atti baaneerra galata
Nu warra WAAQAAf foo'aamne taaneerra

Biyya Sodoomii ibiddi fixe
Ka WAAQA amane Looxiin hambise

Galata, Galata, Galata WAAQAA
Iff atti baaneerra galata
Nu warra WAAQAAf foo'aamne taaneerra