Galata Siif Galchina

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Galata siif galchina aarsaa galataa
Ulfina siif keenina ulfaadhu Gooftaa
Fayyina nuu laatteef ameen
Eebba keen nu gutte Gooftaa
Hidhaattii nu hiikte

Nu gammachiiste Gooftaa hidhaa keenya furte
Ulfina keetiif akka utaallu goote
Arrabni keenya siif ililcha
Weedduu galataa siif weeddifna (2x)

Galata siif galchina aarsaa galataa
Ulfina siif keenina ulfaadhu Gooftaa
Fayyina nuu laatteef ameen
Eebba keen nu gutte Gooftaa
Hidhaattii nu hiikte

Jireenyi keenya kunoo si'iin nuu bareeda
Gooftaa waan siin qabnuuf attam nutti tola
YESUS ol ol jedhi nu gad siif jenna
Ulfina Maqaa keef mootii siif sagadna (2x)

Galata siif galchina aarsaa galataa
Ulfina siif keenina ulfaadhu Gooftaa
Fayyina nuu laatteef ameen
Eebba keen nu gutte Gooftaa
Hidhaattii nu hiikte

Jaalalli kee baay'ee dha hammana hin jedhamu
Tolii fi araarri kee homtuu hin madaalamu
Jaalalli kee Gooftaa kan hin geeddaramne
Attam guddaa dha ati kan hin geeddaramne (2x)

Galata siif galchina aarsaa galataa
Ulfina siif keenina ulfaadhu Gooftaa
Fayyina nuu laatteef ameen
Eebba keen nu gutte Gooftaa
Hidhaattii nu hiikte