Galata Galata

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Galata, Galata
Kaleessas s Galata
Har'as Galata
Bori's Galata
Siin dhi'eessa Gooftaa
Baruma baraani
Siif ni ta'a
Gooftaa ko Galanni

Cubbuu otuu hin hojjetin cubbuu kootiif dabarsitee of laattee
Lubbuu koo fayyisuuf hamma du'a fonnootti amanamaa taatee
Otuu garafamtuu dhiphinaa fi gidiraa guddaa obsitee
Ofii kef maddofte anaan dhukkubaa fi madaa koottii fayyiftee

Galata, Galata
Kaleessas s Galata
Har'as Galata
Bori's Galata
Siin dhi'eessa Gooftaa
Baruma baraani
Siif ni ta'a
Gooftaa ko Galanni

Hundumaa otuu qabduu akka nama homaa hin qabnee of gootee
Gooftumma kee dhiiftee warra gadi deebi'anitti of dabalte
Gadi of debisuu keen ulfinaan hundumaa irratti OL-OL jettee
Du'a mo'uu keetiin lubbuu koo jireenya keetiif boojite

Galata, Galata
Kaleessas s Galata
Har'as Galata
Bori's Galata
Siin dhi'eessa Gooftaa
Baruma baraani
Siif ni ta'a
Gooftaa ko Galanni

Gooftaa ko gochaa kee kanaaf sana jechuu an hin danda'u
Eebbii fi baayi'inni isaa hubannaa koorra kan caalu
Waanan jedhu garuu WAAQAA fi lafa irratti maqaan kee haa mo'u
Waa'ee gochaa keetiif uumamni hundinuu galata siif haa faarsu

Galata, Galata
Kaleessas s Galata
Har'as Galata
Bori's Galata
Siin dhi'eessa Gooftaa
Baruma baraani
Siif ni ta'a
Gooftaa ko Galanni