Ani Bannaanii Kan Na Barbaadde

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Ani Bannaanii kan na barbaadde
Ani cabnanii kan na walantee
Goftaa YESUS koo attam na jaallatte?
Kan duutee du'a na oolchite
Gooftaa YESUS koo attm na jaallatte?
Kan duutee du'a na oolchite

Diinni na hidhee cubbuun na marsee
Foon koo fi biyyi lafaa kan na raatesse
[Otuun jooraa jiruu situ na argee
Ulfaadhu Gooftaa kan na boojite] 2x

Ani Bannaanii kan na barbaadde
Ani cabnanii kan na walantee
Goftaa YESUS koo attam na jaallatte?
Kan duutee du'a na oolchite
Gooftaa YESUS koo attm na jaallatte?
Kan duutee du'a na oolchite

Yaa Gooftaa YESUS ati dinqii dha
Kan sitti baqateef ati da'oo dha
[Gara kee dhufnaan nama hin ariitu
Ulfaadhu Gooftaa waan hundumaattuu] 2x

Ani Bannaanii kan na barbaadde
Ani cabnanii kan na walantee
Goftaa YESUS koo attam na jaallatte?
Kan duutee du'a na oolchite
Gooftaa YESUS koo attm na jaallatte?
Kan duutee du'a na oolchite

WAAQA jaalalaa Mootii amanamaa
Angafa nagaa Mootii ilmaan namaa
[Situ na waame baduu koo jibbee
Gara jireenyaatti harka koo qabee] 2x

Ani Bannaanii kan na barbaadde
Ani cabnanii kan na walantee
Goftaa YESUS koo attam na jaallatte?
Kan duutee du'a na oolchite
Gooftaa YESUS koo attm na jaallatte?
Kan duutee du'a na oolchite

Galanni kan kee yaa Ilma Abbaa
Jireenya koo darbeef baayy'iseen gaabba
[Garuu Gooftaa koo na fayyifatte
Qabaa diinaa koo jalaa na baaftee] 2x