Haleluya, nan jedha yeroo hundumaa (Phawulos Tegegn)

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
Broom.png ይህ ፡ ጽሑፍ ፡ ገና ፡ አልተረጋገጠም ። እርማቶች ፡ ሊያስፈልጉት ፡ ይችላል ። ከቻሉ ፡ እርስዎ ፡ ያሻሽሉት
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Haleluya nan jedha

ksd, Haleluya x 2
       Nan jedhaa yeroo hundumaa,
       keessa kootii burqaa x 2

Qomoo jiraataa, gidduun dhaabadhaa
Dhaala qulqullootaa, darbeen hirmadhaa
Aboo mucummaakoottani, gargaaramaa
Akka kanaan duraa, hinta’u orma

( Keessa-deebii )
marga lalisaatti, baasee na bobbaasaa
bishaan taliilaan, dheebuu nabaasaa
maaddii tolootaa, nyaadheen gabbadhee
galatni Waaqa koo, anarra ba’ee

( keessa-deebii )
mucaa dheekkamsaa, ta’ee utuun jiruu
fedha namummaa kootiin, utuun oofamuu
waameetu kansaa, anaan godhatee
bantii Waaqaa keessaa, iddoo naaf laatee

( keessa-deebii )
Waaqayyo Abbaa dhaaf, galatni hata’uu
Waaqayyo Ilmaaf, ulfinni hata’uu
Hafuura Qulqulluu dhaaf, Sadan Waaqa tokkoo


Faarfataa Phawulos Tagany. From his early albom.